factograf
OM

Pilaastiidii

Pilaastiidii
gosoota pilaastiidii
gosoota pilaastiidii
Kilooroopilaastoota seelii Plaagiyumnium affine keessatti mul’atan
Kilooroopilaastoota seelii Plaagiyumnium affine keessatti mul’atan
2 images

Pilaastiidiin ykn Sibaakduun orgaaneelii biqiltootaa fi waabara ofumaan wal horudha. Pilaastoomiin jiinooma DNA pilaastiidii ti. p341 Isaan akka maashinii xixiqqoo seelii keessa jirani: tokkoon tokkoon isaanii keemikaalota barbaachisoo biqiltuun sun itti fayyadamu ni hojjetu ykn ni kuufa.

Fakkeenyonni pilaastiidii:

  • Caasmagarroo: footosinteesii; pilaastiidonni biroo kilooropilaastoota irraa kan guddatan ta’uu danda’a. Etioplasts jechuun kilooropilaastoota ifaaf hin saaxilamne dha.
  • Daraarhalleessituu: oomisha fi kuusaa pigmentii.
  • Horbifaala: halluu kan hin qabne, terpenes kan akka resin hojjetu. Yeroo tokko tokko gara gosoota pilaastiidii adda ta’anitti guddatu:

Read next

In 69 languages

Text from Wikipedia, CC BY-SA 4.0 · Source article