factograf
OM
Sign in

Durri diimaa

Durri diimaa

Durrii Diimaa (Ingiliffaan:- ruby) dhagaa gati jabeessa halluu diiminnee hanga diimaa dhiigaa, gosa albuuda korunndamii ( aluminium oxide) ta’eedha. Durrii Diimaan faaya aadaa baay'ee beekamaa ta'e keessaa tokko yoo ta'u baay'ee kan turudha. Gosoonni korundumii qulqullina dhagaa gati jabeessa qaban kan biroon saafiraa jedhamu. Durrii Diimaan dhagaa gati jabeessa aadaa kaardinaalii keessaa tokko yoo ta'u ametistii, Durrii culqiisaa (sapphire),dooqa (Emerald) fi Moogaa(daayimandii) cinatti. Jechi Durrii Diimaa afaan ingliziin ruby jedhu ruber, Laatiin diimaa jechuudha. Halluun Durrii Diimaa sababa elementii kiroomiyeemii irraa kan ka'edha.

Read next

In 102 languages

Text from Wikipedia, CC BY-SA 4.0 · Source article