factograf
OM

Dhamdhama

Dhamdhama
Mi'aa dhandhamaa
Mi'aa dhandhamaa

Dhandhamni amaloota fiizikaalaa wantoota addaan baafnee beekuuf nu gargaaran keessa isa tokko. Dhandhamni jechoota adda addaatiin addeeffamuu ni danda’a. Isaanis mi’aawaa, kuraawwaa, dhangaggaa’aa, hadhaa’aafi kan kana fakkaataniidha. Fakkeenyaaf sukkaarii ni mi’aawa, loomiin ni dhangaggaa’a ashaboo nyaataa ni kuraawwaa. Wantootni tokko tokko summaawoo ta’uu waan danda’aniif dhandhamuun miidhaa nama irraan ga’uu danda’a

Read next

In 111 languages

Text from Wikipedia, CC BY-SA 4.0 · Source article