factograf
OM

Ardii

Ameerikaa Kibbaa

Ameerikaa Kibbaa
Kaartaa addunyaa kan Ameerikaa Kibbaa agarsiisu
Kaartaa addunyaa kan Ameerikaa Kibbaa agarsiisu

Ameerikaan Kibbaa ardii addunyaa keessaa tokko yoo ta'u kan argamus wantaa dhihaatti, irra caala mudhii lafaarraa gara kibbaatti. Ameerikana Kibbaa ardii Ameerikaas jedhaman keessaa tokko yoo ta'u, kan guutumaan guutuuti Hemisphere Dhihaatti kan argamu yoo ta'u, kan baayyinaan argamu immo Hemisphere Kibbaatti. Kan dangeffame immo dhihaan Garba Paasifiik, kaaba fi bahaan immo Garba Atilaantiik, kaaba-dhihaan immo Ameerikaa Kaabaa fi Garba Karibiyaanii daangeffamee argama.

Maqaan Ameerikaa Kibbaa jedhuu kun kan kennameef bara 1507, kan maqaan kennamef namoota kaartaa kaasan kan ta'an Martin Waldseemüller fi Matthias Ringmann yoo ta'u maqaan kuni immoo kan kennameef maqaa nama Ameeriigoo Vespuuchii jedhamu irraa ka'aniiti, namichi kunis namicha yeroo duraaf lafoonni Ameerikaas kunin Isti Indiis (East Indies) akka hin taane fi addunyaa haaraa namoota Yuurooppiif hin beekkamne akka ta'e namicha ifaa godhedha.

Ameerikaa Kibbaa ballina hanga 17,840,000 isquweer kiilomeetira (6,890,000 isq mi) kan qabdu yoo taatu yookan immo parsenti fuula addunyaa kana 3.5% qabata. Akka bara 2005 baayyinni ummata isaani tilmaaman 371,000,000 caala dha. Ameerikaa Kibbaa ballina lafaan addunyaa keessaa afraffaa irratti kan argamtu yoo taatu kunis Eshiyaa (tokkoffaa), Afrikaa(lammaffaa) fi Ameerikaa Kaabaa (sadaffa) aanteti. Akkasumas bayyina ummattan addunyaa keessaa shanaffa irratti argamti, kunis Eshiyaa (tokkoffa), Afrikaa (lammaffaa), Yuurooppi (sadaffaa) fi Ameerikaa Kaabaa (Afraffaa)tti antetti.

Read next

In 274 languages

omаԥсшәаAcèhадыгабзэAfrikaansAlemannischአማርኛaragonésÆngliscOboloअंगिकाالعربيةܐܪܡܝܐالدارجةمصرىঅসমীয়াasturianuKotavaअवधीazərbaycancaتۆرکجهбашҡортсаBasa BaliBoarischžemaitėškaBikol Centralбеларуская (тарашкевіца)беларускаябългарскиभोजपुरीBislamaBanjarပအိုဝ်ႏဘာႏသာႏbamanankanবাংলাབོད་ཡིགbrezhonegbosanskiBatak Mandailingбуряадcatalà閩東語 / Mìng-dĕ̤ng-ngṳ̄нохчийнCebuanoᏣᎳᎩکوردیcorsuqırımtatarcačeštinakaszëbscziсловѣньскъ / ⰔⰎⰑⰂⰡⰐⰠⰔⰍⰟчӑвашлаCymraegdanskDeutschZazakidolnoserbskiKadazandusunडोटेलीΕλληνικάEnglishEsperantoespañoleestieuskaraestremeñuفارسیsuomivõroNa Vosa VakavitiføroysktfrançaisarpetanNordfriiskfurlanFryskGaeilgeGagauz贛語kriyòl gwiyannenGàidhliggalegoگیلکیAvañe'ẽ𐌲𐌿𐍄𐌹𐍃𐌺ગુજરાતીwayuunaikiGaelgHausa客家語 / Hak-kâ-ngîHawaiʻiעבריתहिन्दीFiji HindihrvatskihornjoserbsceKreyòl ayisyenmagyarհայերենԱրեւմտահայերէնinterlinguaJaku IbanBahasa IndonesiaInterlingueIgboIlokanoгӀалгӀайIdoíslenskamedžuslovjanskyitalianoᐃᓄᒃᑎᑐᑦ / inuktitut日本語Patoisla .lojban.JawaქართულიQaraqalpaqshaTaqbaylitJjuадыгэбзэKabɩyɛTyapKongoKumoringGĩkũyũқазақшаಕನ್ನಡYerwa Kanuri한국어перем комикъарачай-малкъарkurdîкомиkernowekкыргызчаLatinaLadinoLëtzebuergeschлезгиLingua Franca NovaLugandaLimburgsLigureLadinlombardລາວlietuviųlatgaļulatviešuMadhurâमगहीमैथिलीBasa BanyumasanMalagasyолык марийMāoriMinangkabauмакедонскиമലയാളംмонголဘာသာမန်मराठीBahasa MelayuMaltiMirandésမြန်မာဘာသာэрзяньمازِرونیNapulitanoNedersaksiesPlattdüütschनेपालीनेपाल भाषाNederlandsnorsk nynorsknorskNovialNouormandSesotho sa LeboaChi-Chewaoccitanlivvinkarjalaଓଡ଼ିଆиронਪੰਜਾਬੀKapampanganPapiamentuPicardDeitschpolskiPiemontèisپنجابیپښتوportuguêsRuna Simirumantschromani čhibromânătarandíneрусскийрусиньскыйIkinyarwandaसंस्कृतम्саха тылаᱥᱟᱱᱛᱟᱲᱤsardusicilianuScotsسنڌيdavvisámegiellasrpskohrvatski / српскохрватскиတႆးසිංහලSimple EnglishslovenčinaسرائیکیslovenščinaGagana SamoaanarâškielâchiShonaSoomaaligashqipсрпски / srpskiSranantongoSesothoSeelterskSundasvenskaKiswahiliꠍꠤꠟꠐꠤślůnskiதமிழ்TayalತುಳುతెలుగుтоҷикӣไทยትግርኛTürkmençeTagalogtolışitoki ponaTok PisinTürkçeXitsongaтатарча / tatarçachiTumbukaудмуртئۇيغۇرچە / Uyghurcheукраїнськаاردوoʻzbekcha / ўзбекчаvènetovepsän kel’Tiếng ViệtWest-VlamsVolapükwalonWinarayWolof吴语isiXhosaმარგალურიייִדישYorùbáVahcuenghZeêuwsⵜⴰⵎⴰⵣⵉⵖⵜ ⵜⴰⵏⴰⵡⴰⵢⵜ文言閩南語 / Bân-lâm-gí粵語中文isiZulu

Text from Wikipedia, CC BY-SA 4.0 · Source article